COVID-19: Oromo
Odeeffannoo Waa’ee KOVID-19 (COVID-19)
Daandii Bilbilaa
Gargaarsa uffataa, maallaqaa, nyaataa, wallaansaa fayyaa, meeshaalee wallaansaa fi qoricha (qorsa ykn daawaa) argachuuf daandii gargaarsaa Hennepin Kaawuntii kan namoota KOVID-19 (COVID-19) hubamanii bilbiluun gargaarsa argachuun ni dandaa’ama.
Mudannoo loogii ykn qoodamsaa gabaasuuf daandii gargaarsaa Damee Mirga Namoomaa Minnesotaaf bilbili:
- 1-833-454-0148
- 8:00 w.d. (a.m.) to 4:30 w.b. (p.m.)
- Wiixataa hanga Jimataa
Marsariitii (Weebsaayitii)
Odeefannoon waa’ee KOVID-19 (COVID-19) fuula-marsariitii Seattle King County irra Afaan Oromoon jira
Maxxansaalee
Dirree Hawaasaa
Maxxansaaleen dirree hawaasaa Hennepin Kaawuntii dhaa akkasuma odeeffannoo afaan garaa-garaatti hiikaman ni dhi’eessu. Kara kana nu quunamaa: